Finfinnee, Onkoleessa 30, 2025: Amineestii Internaashinaali haleellaa qileensaa Ameerikaan kaaba-lixa Yaman Sa’adaa irratti baatii Eebla 2025 keessa raawwatte kan godaantota Itoophiyaa hedduu ajjeesee ...
Finfinnee, Adoolessa 18, 2025 – Yeroo Itoophiyaa keessatti sochiin diimookraasii duubatti deebi’aa jira jedhamee sodaatamaa jiru kanatti mootummaan to’annaa cunqursaa ta’e sochii waldaalee hawaasaa ...
Finfinnee, Hagayya 1, 2025: Paartiin Ummata Affaar murtee caaseffama haarawaa kan Manni Maree Naannoo Somaalee sanabata dabarse mormuu isaa ibse. Paartichi ibsa isaa Adooleessa 31, 2025 baaseen, Manni ...
Finfinnee, Waxabajjii 14/2025 – Haala yeroo Itoophiyaa irratti hayyoota siyaasaa fi waraanaa irraa mirkaneessi laatamuus, biyyattiin haala murteessaarra jirti. Walitti… ...
Finfinnee, Sadaasa 01, 2025: Filannoo Taanzaaniyaa gaggeeffame Pireezidaantiin biyyatti Saamiyaa Suluuhuu sagalee guddaa argachuun injifachuu Koomishiniin Boordii Filannoo Taanzaniyaa ibse. Kunis ...
Finfinnee, Sadaasa 01, 2025: Feedereeshiniin Gaazexeessitootaa Idil – Addunyaa (IFJ) murtee Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa Odu – Gabaastota Dooche Veelee yeroof hayyama hojii isaanii dhoggachuu ...
አዲስ አበባ፣ ጥቅምት 21/ 2018 ዓ/ም፦ ህወሓት “መንግሥት የፕሪቶሪያውን የሰላም ስምምነት እየጣሰና እያኮሰሰ ነው” ሲል በመክሰስ ስምምነቱ “ከመቼውም ጊዜ ...
Addis Abeba – When citizens cannot move freely, the state loses its most basic measure of legitimacy. Ethiopia today is a country divided by mobility, where the rulers travel above, and the ruled are ...
Finfinnee, Onkoloolessa 31, 2025: Yeroo lammileen biyyattii walabummaan socho’uu dadhaban, mootummaan fudhatama hundee ta’e dhaba. Harra Itoophiyaan walabummaa sochiitiinillee biyya qoodamtedha.
Finfinnee, Onkololeessa 31, 2025: Addi Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) mootummaan Waliigaltee Nagaa Piriitooriyaa sarbaafi dadhabsaa jira jechuun himachuun, waliigaltichi yeroo kamuu caalaa rakkoo ...
Finfinnee, Onkololeessa 31, 2025: Itoophiyaan qabxii waliigalaa balaa ikoloojii (overall economic threat score) 5 keessaa 4.194 galmeessuun biyyoota balaawwan Ikooloojiif garmalee saaxilaman keessaa ...
Finfinnee, Onkoloolessa 07, 2025: Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa mootummaan Eertiraa fi Addi Bilisummaa Ummata Tigraay (TPLF) walooma Tsimdoo jedhu ijaarratanii waraana Itoophiyaa irratti banuuf ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results